Amandaa Gormaan shamarree umurii xiqqaa ishee jalqabaa sirna waadaa galuu pirezidaantii Ameerikaa irratti walaloo dhiyeessuun 'tokkummaaf' waamicha gootedha. Shamarreen ganna 22 hojii ishee 'The Hill ...